14 Duuba inni dubbi suni gula bulti kud'ani worra ilaale.
Duuba nuufi kaima sagale hayyu dansa nyaatu kaani wolti ilaali, waan agartu gula waan jechu malte jed'i.
Bultiini kud'annani taani hobaate jennaani worri, worra sagale hayyu nyaatu kaani ira, gabbate mid'aage.
Gaargala d'ufu insodaatiini! Ch'aqasi, Sheet'ani isani gari mana hid'aansa keesa buuse isani ilaalata; haga bulti kud'ani d'ipatani gaargaltani. Haga dootuuti nama d'ugefatani tahi, duuba anini eebafi jireenna sii kenna.