Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Danieli 1:12 - KITAABA WAAQA

12 waan jed'eeni, Bulti kud'ani nu ilaali, raafufi bisaani ch'alla nuu kenni.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Danieli 1:12
7 Iomraidhean Croise  

Duuba Danielini namicha Ashpenazini isaafi jara sadeeni kaani qorqorad'a jed'eeni kaani d'aqe


Duuba nuufi kaima sagale hayyu dansa nyaatu kaani wolti ilaali, waan agartu gula waan jechu malte jed'i.


Duuba arti asi namichi worra gololchu kaani sagale hayyu lakise raafuni worra gololche.


D'ugefachaani nama toko waan ch'ufa isa inyaachifti ammo nami d'ugefacha laaftu qabu sagaluma laaftu nyaata.


Inni sagale isani d'owe isani agabse, eege sagale manna jed'ani ta taka isanifi abbootini teesani inyaatini isanii kenne. Wonti inni akasi tolcheefi aka nami qit'a ch'allaani injiranne ammo dubbi afaani AABBO Waaqa keesa baatuni jiraatu isani barsiisu fed'a.


Gaargala d'ufu insodaatiini! Ch'aqasi, Sheet'ani isani gari mana hid'aansa keesa buuse isani ilaalata; haga bulti kud'ani d'ipatani gaargaltani. Haga dootuuti nama d'ugefatani tahi, duuba anini eebafi jireenna sii kenna.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan