Boha 2:21 - KITAABA WAAQA21 Reefi nama, diqaafi guddaani ka d'iiratifi ka uwaleeni, lola keesa woliini ch'iisa ka goraade nyaapa worratiini fit'ani. Atini naasu male guyya dallansu tanteeti worra fit'e. Faic an caibideil |
Duuba taatabe harka worra miila sasablati kennani, lafa hayyuuni fidu ch'ufati ergani. Tataabe suni waan jette, Guyya tokoti, guyya kud'ani sadeeso ka jia kud'ani lameeso ka Adari jed'ani, Yahudi ch'ufa, haguma isiini geetuuni, diqafi gudda, nad'eenifi ijoolle ch'ufa, naasu male fit'a, miha worraa ch'ufa saama guurad'a.