Boha 1:14 - KITAABA WAAQA14 Inni ch'ubbu tiyya ch'ufa hubate wolti qabe, morma kiyyati kae jennaani ulfinni isi na lellese. AABBO Waaqaati askarti nyaapa kiyyati na kenne, tanaafi anini waan tau d'abe. Faic an caibideil |
anini gosa mirga teetu ch'ufafi hojatu tiyya Nebukadreza hayyu Babiloni yaame, lafa tanaafi nama isi keesa taufi lafa d'aatu jirtu ch'ufa haasisa. Anini gosa Yuda tanaafi gosa worra d'aatu teetule balleese lafa worrale haga jiru jireenna onse waan nami hojja qaabatu ch'ufa iraa rifatu tolcha. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.