Gara Worra Filiphisiiyusii 4:12 - Waadaa Haarawa12 Kanaaf argachuu'llee ta'ee dhabuu'llee ni beeka, bakka kamittuu taa'ee yeroo kamitti'llee waayee quufu'uutii fi beelayu'uu, dhossaa argachu'uu fi dhabu'uu'llee baradhee jira. Faic an caibideilWAADAA LAMMATAA12 Salphinnallee hin beeka. Baayi'achuullee hin beeka; waan kamiifillee hennaa kamillee waan maraanuu guddisee beelayu'uu fi quufu'uun, qabaachu'uu fi dhabuullee baradheera. Faic an caibideilKitaaba Woyyuu12 Salphinnallee hin beeka; baay'achuullee hin beeka; waan kamiifillee hennaa kamillee waan maraanuu guddisee beelayu'uu fi quufu'uun, qabaachu'uu fi dhabuullee baradheera. Faic an caibideil |