Gara Worra Filiphisiiyusii 4:11 - Waadaa Haarawa11 Irra deebi'ee'llee kana ka jedhu waan jireenna kiyyaaf ana barbaachisu dhabuu kiyyaanii miti, ani ammoo, «Wonittumaan qabuu ana gaya» jechuu baradhee jira. Faic an caibideilWAADAA LAMMATAA11 Kana yoo jedhu waan hanqinnaa jechuu kiyyaa miti. «Wonti qabu na gaya» jechuu waan baradheeruuf. Faic an caibideilKitaaba Woyyuu11 Kana yoo jedhu waan hanqinnaa jechuu kiyyaa miti. «Wonti qabu na gaya» jechuu waan baradheeruuf. Faic an caibideil |