Gara Worra Filiphisiiyusii 3:6 - Waadaa Haarawa6 Waayee Seera duraniitiif hinaafu'uun'llee yoo ta'e, amantoota woldaya amaniti'ii ni ari'a ture. Seera eeguun waayee qulqullaawomnnaa'llee yoo ta'e, ashaa malee ni jiraadha ture. Faic an caibideilWAADAA LAMMATAA6 Waan hinaaffa'aa yoo gaafattan, woldaa Kiristaanaa balleessu'uuf ari'a'aa ture. Waan qajeellummaa seeraan argamu yoo na gaafattan mudaa malee ture. Faic an caibideilKitaaba Woyyuu6 Waan hinaaffa'aa yoo gaafattan, woldaa Kiristaanaa balleessu'uuf ari'a'aa ture. Waan qajeellummaa seeraan argamuu yoo na gaafattan mudaa malee ture. Faic an caibideil |
Kun'llee dhugaa ta'uu isaa itti gaafatamaan qeesotaatii fi yaa'iin jaarsotii marrinuu naaf ragaa ni bayan. Gonkumaa Damaasqoo ka jiran namoota kanniin hidhee gara Yerusaalemii fidu'uu fi isaan adabsiisu'uuf, xalayaa ana danddeessisu gara worra isaanii ka argamanii xalayaa barreessan, ka fudhadhee isaan irraayyi.»