Gara Worra Filiphisiiyusii 1:30 - Waadaa Haarawa30 Kanaf amma anaan woliin qoodamtoota rakkinnaa taatanii jirttan, rakkinni kun'llee asiin durana narra gayee ka argitanii fi amma'llee ka narra gaye ta'uu ka dhageettan. Faic an caibideilWAADAA LAMMATAA30 Rakkinnuma narratti dhageettanii fi argitan santu isin irrallee gayeera. Faic an caibideilKitaaba Woyyuu30 Rakkinnuma na irratti dhageettanii fi argitan santu isin irrallee gayeera. Faic an caibideil |