Gara Worra Filiphisiiyusii 1:26 - Waadaa Haarawa26 Ani'llee deebi'ee gara keessan yoo dhufu dhaadannaan waayee kiyyaan qabddan, Yesus Kristosiin ni baayi'ata. Faic an caibideilWAADAA LAMMATAA26 Amanta'aan guddata'aa akka gammaddan, isin maraa woliin akka turu hin beeka. Faic an caibideilKitaaba Woyyuu26 Amanti'iin guddata'aa akka gammaddan, isin maraa woliin akka turu hin beeka. Faic an caibideil |
Yeroo baayi'e'een duubatti deebitanii waayee rakkinna kiyyaatiif yaaduu waan jala qabddaniif, Goofta'aan gammachuun ol aanaa ta'e natti ni dhagayama, kana'llee yoo jedhu waan yaadanii jirttan huji'iin muldhisu'uuf carraa hin arganne ture jechuu kiyya malee, waayee rakkinna kiyyaa yaaduu keessan addaan kuttanii jirttan jechuu kiyyaa miti.