Ergaa Yaaqoob 4:3 - Waadaa Haarawa3 Yoma kadhattan'llee deebii kadhannaa keessan ka hin arganneef, wonitti kadhattan gammachuu foonii irra oolichu'uuf, yaada hama'aan waan kadhattaniif. Faic an caibideilWAADAA LAMMATAA3 Isin waan argatan san hawwii foon keessanii guutachu'uuf jettanii dharaan waan kadhataniif hin argattan. Faic an caibideilKitaaba Woyyuu3 Isin waan argattan san hawwii foon keessanii guuttachu'uuf jettanii dharaan waan kadhattaniif hin argattan. Faic an caibideil |