Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -

Faaru 54 - KITAABA WAAQA

1 Ee Waaqa, jabeenna keetiini na baasi, irre teetiini d'uga naa muri!

2 Ee Waaqa, kad'acha tiyya d'agayi, dubbi tiyya ch'aqasi!

3 Nami kiyyibaani nati kae na had'uti jira; nami hamaani Waaqa insodaanne na ijeesu fed'a.

4 Ammo Waaqi qarqaarsa kiyya, nami na jabeesuleeni AABBO Waaqa.

5 Ch'ubbuuni nyaapi kiyya hojate ha worrati deebituuti. Waaqi ka d'ugaati, worra balleesa.

6 Ee AABBO Waaqa, anini gammadaani sorio sii baase, maro dansuma teetifi galata sii deebisa.

7 Atini gaargala kiyya ch'ufa keesaa na baafte, nyaapa kiyya ka dabsatani ch'ufa na garsiifte.

Borana Bible © Bible Society of Kenya, 2019.

Bible Society of Kenya
Lean sinn:



Sanasan