1 Koota, hojattuuni isaa ch'ufti ta halkani mana isa keesa hojattu, AABBO Waaqa faarsa.
2 Mana isaa keesati harka olfud'ad'a, AABBO Waaqa kad'ad'a isa faarsa!
3 AABBO Waaqi, ka lafafi gubba uume Sioni keesaa isani eebisinna.
Borana Bible © Bible Society of Kenya, 2019.