Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -

Faaru 133 - KITAABA WAAQA

1 Aki gumiini Waaqaa nagayaani woliini teetu akami dansa!

2 Wonti sunini d'ad'a gati gudda qabu, ka Harunini muudani, ka matafi areeda isaa iraa yae morma ubaara isaati jigu fakaati.

3 Ammalle fit'eesa gaara Hermoni, ka kubile Sioni jiisu, fakaata. Arti irati AABBO Waaqi eeba jireenna ind'umanne namaa kenna.

Borana Bible © Bible Society of Kenya, 2019.

Bible Society of Kenya
Lean sinn:



Sanasan