Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -

Faaru 100 - KITAABA WAAQA

1 Lafti ch'ufti ha gammade AABBO Waaqa faarsitu!

2 Gammadaani AABBO Waaqa kad'ad'a, sirba, isa dura koota!

3 Aka AABBOONI Waaqa qaabad'a, isaati nu uume, nu nama isaati; nu gumi isaati, hooliye inni tisse nyaachisu.

4 Balbala Mana Waaqaa seena, galata isaa deebisa, naabo isaa seena, isa faarsa. Galata isaa deebisa, maqa isaa faarsa.

5 AABBO Waaqi waan dansa, jaalalti isaa ind'umatu d'ugaani isaaleeni haguma jiru jireenna jirti.

Borana Bible © Bible Society of Kenya, 2019.

Bible Society of Kenya
Lean sinn:



Sanasan