Biblia Todo Logo
Online Bible

- Advertisements -




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Woyyoota maraafuu maqaa Yesuus Kiristoosiitiin nagaya isaanitti naa himaa'a. Obboleeyyan na woliin jiran nagaya isinii dhaamaniiran.

See the chapter Copy

Waadaa Haarawa

21 Amantoota maraaf maqaa Yesus Kristositiin nagayaa naaf dhiyeessaa, ana woliin obboleeyyan jiran'llee nagaya isiniif ni dhiyeessan.

See the chapter Copy

Kitaaba Woyyuu

21 Woyyoota maraafuu maqaa Yesuus Kiristoosiitiin nagaya isaanitti naa himaa'a. Obboleeyyan na woliin jiran nagaya isinii dhaamaniiran.

See the chapter Copy




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:21
11 Cross References  

Obboleeyyan teessan callaa nagaya oo'aa yoo gaafattan, worra kaawwaniin adda taataniimii? Worri Yihuudota hin taane akkanuma godhaniimii?


Woldaa Rabbii ta Qorontoosiin keessa jirtuuf, worra Kiristoos Yesuusiin woyyoomanii fi ka nu'uu fi isaaniillee Gooftaa ta'e maqaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin hulee marattuu worra woyyoota ta'u'uuf wamaman maraaf.


Haata'uu ammoo, ka ana woliin ture Tiitoonuu nama Giriikii ta'eetuu akka gadoomu isa hin giddisiifne.


Ka fedha Rabbiitiin ergamaa Yesuus Kiristoosii ta'e Phaawuloosiin, worra Kiristoos Yesuusitti amantanii, Rabbiif woyyoota taatan ka Efesooniin keessa jirtaniif.


Garboota Yesuus Kiristoosii Phaawuloosii Fi Ximootiwosiin irraa, worra qachaa Filiphisiyuusii keessa jiraatan, ka karaa Kiristoos Yesuusiitiin qajeelaa ta'an maraaf, akkasuma tooyattootaa fi gargaartoota woldaa Kiristaanaatiif:


Nageenni Rabbii ka hubannaa sammuu nama maraatii ol ta'e, yaadaa fi onnee keessan Karaa Yesuus Kiristoosiitiin hin eega.


Follow us:

Advertisements


Advertisements