Biblia Todo Logo
Online Bible

- Advertisements -




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Hennaa ani Tasolonqee jiru, harka tokkoo fi lama waan na barbaachisu naa ergitanii turtan.

See the chapter Copy

Waadaa Haarawa

16 Tasaloonqe'etti'llee rakkinni akka narra gaye beekittanii, irra dedeebtanii gargaarssa naaf ergitanii jirttan.

See the chapter Copy

Kitaaba Woyyuu

16 Hennaa ani Tasolonqee jiru harka tokkoo fi lama waan na barbaachisu naa ergitanii turtan.

See the chapter Copy




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:16
4 Cross References  

Anfiiphoolii fi Aphooloniyaallee haga lufaniin maayii gara Tasolonqe'ee dhufan. Achi mana sagada Yihuudotaatitu jira.


Gara keessan dhufuu barbaannee turre, keessattuu ani Phaawuloos hennaa tokkoo fi lama dhufuu yaaleeti seexanni ammoo nu tursiise.


Obboleeyyan tiyya! Dadhabbii keennaa fi xaarii keenna waan qaabattaniif, isin keessaa nama tokkottillee akka hin ulfaanne, halkanii guyyaa hojjata'aa, Oduu Nagayaa ka Rabbii isinitti lallabne.


Worra gosa keenna keessattillee akkasuma jireenna bu'aa hin qabne akka hin jiraanne waan barbaachisu maraan hujii misha'aa fi uf kennuu haa baratanii.


Follow us:

Advertisements


Advertisements