Gara Worra Filiphisiiyusii 3:21 - WAADAA LAMMATAA21 Innillee nafa keenna salphataa nafa isaa ka ulfinna qabu san akka fakkaatuuf hin jijjiira. See the chapterWaadaa Haarawa21 Inni qaama keenna ka salphate kana jijjiiru'uun qaama isaa ka ulfinnaa akka fakkaatu ni taasisa, kana'llee ka raawwatu, aangoo isaa jala taasisu'uuf huminna isa danddeesisuun. See the chapterKitaaba Woyyuu21 Innillee nafa keenna salphataa nafa isaa ka ulfinna qabu san akka fakkaatuuf hin jijjiira. See the chapter |