Gara Worra Filiphisiiyusii 3:10 - WAADAA LAMMATAA10 Isaa fi hunna du'aa ka'iinsa isaa akka beeku, rakkoo isaallee akka qoodamuuf. See the chapterWaadaa Haarawa10 Sababaan bira'aa Kristosii fi huminna du'aa kaiinssa Kristosii beeku'uuf, qoodamtoota rakkinna isaa ta'uu fi du'aan'llee isa fakkaachu'uuf. See the chapterKitaaba Woyyuu10 Isaa fi hunna du'aa ka'iinsa isaa akka beeku, rakkoo isaallee akka qoodamuuf. See the chapter |
Innillee du'a hagana gawu keessaa nu hambise. Nu hambisalle'e; isinillee ammoo akkasuma waan keenna Rabbiin kadhata'aa nu woliin taatanii yoo nu gargartan karaa namoota hedduutiin kennaa badhaadhumma'aa ka nuu kennameef hedduun isaanii waan keennaaf akka galateeffatan duranallee akkasuma akka nu fayyisuuf isa abdii godhanneerra.
Du'oota keessaa ka'uu Yesuus Kiristoosiitiin abdii jiraata'aa fi hin baanne ka ristii hin darbine xurii hin qabneef akka guddinna dhiifamsa isaatiin Rabbi lammaffaa nu uumate Abbaan Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii haa eebbifamu. Ristiin kunillee isin worra bara dhumaa worra fayyinna hunna amantaa Rabbii eeggattaniif samii isinii taa'a.