Gara Worra Filiphisiiyusii 2:7 - WAADAA LAMMATAA7 Haata'uu ammoo, Inni akka garbichaa ta'ee, duwwaa uf godhee; gadi uf deebisee; nama fakkaatee mudhate. See the chapterWaadaa Haarawa7 Gonkumaa kabaja qabu maraa dhiisee akka garbichaa ta'ee ni muldhate, akka namaa titti'llee ni dhalate, Fakkeenna namaatiin'llee ni muldhate, See the chapterKitaaba Woyyuu7 Haa ta'uu ammo Inni akka garbichaa ta'ee, duwwaa uf godhee; gadi uf deebisee; nama fakkaatee mudhate. See the chapter |
Dubbii abdi'ii ka abboota keenna ittiin jabeessu'uuf kenne, akkasuma «Kanaaf worra Yihuudi hin taane jiddu'utti si galateeffadha. Maqaa keetiifillee hin faarfadha» jedhamee akkuma barreeffame, worri Yihuudi hin taane waan araara isaatiif Rabbiin akka kabajjan, Kiristoos waan dhugaa Rabbiitiif tajaajilaa gadoomu'uu ta'e jedha.