Biblia Todo Logo
Online Bible

- Advertisements -




Gara Worra Filiphisiiyusii 2:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Namni martinuu waan isa fayyadu hin laalin, waan hiriyyaa isaatii ta'u malee.

See the chapter Copy

Waadaa Haarawa

4 Akkuma kana tokkoon tokkoonuu faayiddaa mataa ufii qofa uduu hin ta'in, faayiddaa nama bira'aa'llee haa yaadu.

See the chapter Copy

Kitaaba Woyyuu

4 Namni martinuu waan isa fayyadu hin laalin; waan hiriyyaa isaatii ta'u malee.

See the chapter Copy




Gara Worra Filiphisiiyusii 2:4
15 Cross References  

Worra natti amanan didiqqaa kanniin keessaa tokko ka gufachiisu maruu, dhakaan daaku'uu guddaan morma isaatitti hidhamee gara qilee galaanaatitti gatamuu isaa woyyaa.


Worra gammadan woliin gammadaa'a; ka boyu woliinillee booyaa'a.


Nu worri amanta'aan jajjabaa taane, dadhabbii worra dadhabanii baadhachuu nu barbaachisa malee, uf gammachiisuu nu hin barbaachisu.


Namni martinuu bu'a gosho'ootiif malee, tokkollee waan ufii hin barbaadin.


Ka hin dadhabne eennu? ani hin dadhabuu? Ka cubbuu keessa hin seenne eennu? yoo san ani hin aaruu?


Akka tajaajilli keenna hin shakkamne waan tokkottillee guufuu hin taanu.


Martinuu ka Gooftaa Yesuus Kiristoosii uduu hin ta'in, woma ufii waan soqaniif.


Akkuma kitaabnni woyyuun, «Hiriyaa kee akka uf jaalattutti jaaladhu» jedhu seera mooti'iillee yoo raawwattan waan mishaa gootan.


Follow us:

Advertisements


Advertisements