Gara Worra Filiphisiiyusii 2:27 - WAADAA LAMMATAA27 Inni dhugamaan dhibamee du'uu gaye. Haata'uu ammoo Rabbi hin fayyiseen. Gadda irratti gadda akka natti hin edaane, gaddii sunillee anaaf malee isa calla'aafii miti. See the chapterWaadaa Haarawa27 Dhugamaanuu haalaan dhukkubsatee haga du'aa titti'llee dhiyaatee ture, garuu Waaqinni dhiifama isaa ni taasiseef, isa qofaaf uduu hin ta'in gaddi gadda irraan akka narratti hin dabalamnne, ana'llee dabalu'uun dhiifama naaf ni taasise. See the chapterKitaaba Woyyuu27 Inni dhugamaan dhibamee du'uu gaye. Haa ta'uu ammo Rabbi hin fayyiseen. Gadda irratti gadda akka natti hin edaane, gaddi sunillee anaaf malee isa calla'aafii miti. See the chapter |