Gara Worra Filiphisiiyusii 2:2 - WAADAA LAMMATAA2 Yaada tokkoon wolii galaa'a; jaalala tokko, qalbii tokkoo fi yaada tokko qabaadhaa'a. See the chapterWaadaa Haarawa2 kanaaf yaadaan, jaalalaan, hafuuraan, kaayyoon wolii gala'aa, gammachuun kiyya guutu akka ta'u taasisaa. See the chapterKitaaba Woyyuu2 Yaada tokkoon wolii galaa'a; jaalala tokko, qalbii tokkoo fi yaada tokko qabaadhaa'a. See the chapter |