Biblia Todo Logo
Online Bible

- Advertisements -




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:26 - WAADAA LAMMATAA

26 Amanta'aan guddata'aa akka gammaddan, isin maraa woliin akka turu hin beeka.

See the chapter Copy

Waadaa Haarawa

26 Ani'llee deebi'ee gara keessan yoo dhufu dhaadannaan waayee kiyyaan qabddan, Yesus Kristosiin ni baayi'ata.

See the chapter Copy

Kitaaba Woyyuu

26 Amanti'iin guddata'aa akka gammaddan, isin maraa woliin akka turu hin beeka.

See the chapter Copy




Gara Worra Filiphisiiyusii 1:26
14 Cross References  

Eeganaa isinillee akkasuma, amma hin gadditan. Haata'uu ammoo deebi'ee isin arga, garaan keessan hin gammada gammachuu keessanillee ka isin jalaa fudhatu hin jiru.


Haga ammaa maqaa kiyyaan womaa hin kadhanne. Gammachuun keessan guutuu akka ta'u kadhadhaa'a hin argatanii.


Worra keessa isaaniitiin uduu hin ta'in waan diidaa mudhatuun uf jajaniif deebii isaanii deebiftan akka qabaattan akka nuun boontan, sababaa isinitti himna malee, uf isinii galatoonfatu'uufii miti.


Isaaf waan keessaniif yoo dhaadadhe waan hin saalfanneef, haata'uu ammoo waa maraa isinitti dhuga'aan akka dubbanne akkasuma ammoo boonuun keenna afoo Tiito'ootitti dhugaa ta'e.


Waan keessaniif amantaan kiyya gudda'a, sababaa keessaniif guddisee boona; guddisee jajjabaadheera; rakkoo keenna maraa keessatti ani hin gammada.


Haata'uu ammoo Waandhi worra gaddan jajjabeessu dhufa Tiito'ootiin nu jajjabeesse.


Haata'uu ammoo, namni maruu hujii ufii haa qoratuu. Achiin maayessa ka nama biraa wol bira qabee uduu uf hin laalin ufumaa waan ittiin uf jaju argata.


Obboleeyyan tiyya! Waan hafeen, Goofta'aan gammadaa'a waan tokko deebisee isinii barreessuun na hin dhibu. Isiniif ammoo nagaya.


Nu worri Ayyaanaan Rabbiin kaddaamnu, ka Kiristoos Yesuusiin dhaadannu nu worra waan foonii hin hedanne worra gadoomne waan taaneef.


Haata'uu ammoo hennaa kanaan maayessa waan kiyya deebitanii yaaduu waan jalqabdaniif, Goofta'aan guddisee gammada. Hennaa dhabdan malee yaaduullee hin yaaddan.


Hennaa maraa Goofta'aan gammadaa'a. Ammallee deebi'ee jedhaa gammadaa'a!


Follow us:

Advertisements


Advertisements