Gara Worra Filiphisiiyusii 1:24 - WAADAA LAMMATAA24 Haata'uu ammoo fooniin jiraachuun kiyya isiniif guddisee barbaachisa'a. See the chapterWaadaa Haarawa24 Gara biraatiin lubbuun jiraachuun isiniif ka haalaan woyyaa ta'ee fi barbaachisa'a. See the chapterKitaaba Woyyuu24 Haa ta'uu ammo fooniin jiraachuun kiyya isiniif guddisee barbaachisa'a. See the chapter |