Uumama 2:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ዋቀዮ ዋቅንስ ኤዴን ኬሰት ገመ በአ ቢፍቱት እዶ ብቅልቱ ቆጴሴ፤ ነመ ቶልቼ ሰነስ አች ኬሰ ካኤ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Yommus Waaqayyo gooftaan biyya gara ba'a-biiftuu keessaa Eedenitti iddoo dhaabaa tokko in dhaabe; nama isa tolche sanas achi keessa in kaa'e. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Waaqayyo Waaqnis Eeden keessatti gama baʼa biiftuutti iddoo biqiltuu qopheesse; nama tolche sanas achi keessa kaaʼe. See the chapter |