Online Bible

- Advertisements -




Uumama 2:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ዋቀዮ ዋቅን ብዮ ለፋራ ነመ ቶልቼ፤ ሀፉረ ጅሬኛስ ፉኛንሳት ባፈቴ፤ ነምንስ ኡመመ ጅራታ ተኤ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Waaqayyo gooftaan biyyoo lafaattii nama tolche, hafuura jireenya itti godhu funyaan isaatti in baafate; akkasitti namni uumama lubbuu qabaatee jiraatu ta'e*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Waaqayyo Waaqni biyyoo lafaa irraa nama tolche; hafuura jireenyaas funyaan isaatti baafate; namnis uumama jiraataa taʼe.

See the chapter Copy




Uumama 2:7

Follow us:

Advertisements


Advertisements