Uumama 2:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ሴናን ሰሚወኒቲፊ ለፋ ከን ዬሮ እሳን ኡመመኒ፣ ዬሮ ዋቀዮ ዋቅን ለፋፊ ሰሚወን ኡሜ ከናዸ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Seenaan uumamuu waaqaa fi lafaa akka kana ture. Yeroo Waaqayyo lafa, bantiiwwan waaqaas uume, See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Seenaan samiiwwaniitii fi lafaa kan yeroo isaan uumamanii, yeroo Waaqayyo Waaqni lafaa fi samiiwwan uumee kanaa dha. See the chapter |