Uumama 2:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዋቅን ሰበቢ ጋፈ ሰነ ሆጂ ዋ ኡሙ ከን ሆጄቻ ቱሬ ሁንደራ ቦቆቴፍ ጉያ ቶርበፋ ኤብሴ ቁልቁሌሴ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Waaqayyo waan uume hundumaa raawwatee guyyaa torbaffaatti waan boqoteef, guyyaa torbaffaa sana in eebbise, in qulqulleesses*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Waaqni sababii gaafa sana hojii waa uumuu kan hojjechaa ture hunda irraa boqoteef guyyaa torbaffaa eebbisee qulqulleesse. See the chapter |