Online Bible

- Advertisements -




ፊልጵስዩስ 4:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ዹመረትስ ያ ኦቦሎተ፣ ወን ዹጋ ተኤ ከምዩ፣ ወን ኡልፍነ ቀቤሰ ተኤ ከምዩ፣ ወን ቀጄላ ተኤ ከምዩ፣ ወን ቁልቁሉ ተኤ ከምዩ፣ ወን ጃለተማ ተኤ ከምዩ፣ ወን ጉረ ነማት ቶሉ ከምዩ፣ ወን ጋሪ ተኤ ዮካን ገለቴፈማ ተኤ ከምዩ ዮ ጅራቴ እስን ዋን አከና ያዳ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Ammas yaa obboloota ko, waa'ee waanuma dhugaa ta'ee, waanuma ulfina qabuu, waanuma qajeelaatti lakkaa'amuu, waanuma qulqulluu ta'ee, waanuma jaallatamaa, waanuma gurratti toluu, waanuma gaarii ta'ee, waanuma galata qabuu yaadaa*!

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Dhuma irrattis yaa obboloota, wanni dhugaa taʼe kam iyyuu, wanni ulfina qabeessa taʼe kam iyyuu, wanni qajeelaa taʼe kam iyyuu, wanni qulqulluu taʼe kam iyyuu, wanni jaallatamaa taʼe kam iyyuu, wanni gurra namaatti tolu kam iyyuu, wanni gaarii taʼe yookaan galateeffamaa taʼe kam iyyuu yoo jiraate isin waan akkanaa yaadaa.

See the chapter Copy




ፊልጵስዩስ 4:8

Follow us:

Advertisements


Advertisements