ፊልጵስዩስ 4:23 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 አያን ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ ሀፉረኬሰን ወጅን ሃተኡ። አሜን። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Ayyaanni gooftaa Yesus Kristos hafuura keessanii wajjin haa ta'u*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Ayyaanni Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos hafuura keessan wajjin haa taʼu. Ameen. See the chapter |