ፊልጵስዩስ 4:20 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 ዋቀኬኛፊ አባኬኛፍ በረ በራ ሀመ በረ በራት ኡልፍን ሃተኡ። አሜን። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Waaqayyo abbaa keenyaaf ulfinni baraa hamma bara baraatti haa ta'uuf! Ameen*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 Waaqa keenyaa fi Abbaa keenyaaf bara baraa hamma bara baraatti ulfinni haa taʼu. Ameen. See the chapter |