ፊልጵስዩስ 4:2 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 አን አከ እሳን ጎፍታዻን ያደ ቶኮ ቀባተኒፍ ኤዎድያንን ነንከዸዸ፤ ስንጤኪኒንስ ነንከዸዸ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Obboleetonni keenya Ewodiyaa fi Sinxiikeen maqaa gooftaatiin yaada tokkotti akka waliif galaniif lachuu isaanii nan gorsa*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Ani akka isaan Gooftaadhaan yaada tokko qabaataniif Ewoodiyaanin nan kadhadha; Sinxiikeenis nan kadhadha. See the chapter |