Online Bible

- Advertisements -




ፊልጵስዩስ 4:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

15 ከነ መሌስ እስን ወር ፊልጵስዩስ አኩመ ቤክተን፣ ጀልቀበት ዬሮ አን ወንጌለ እስንት ለለቤት፣ ዬሮ አን መቄዶንያዻ ከኤት እስን ቆፈ መሌ ወልዳን ክርስታና ቶኮዩ ዋኤ ኬኑፊ ፉዸቹ ኬሰት ነ ወጅን ህንህርማትኔ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

15 Ani yeroon Maqedooniyaadhaa ka'ee naanna'aa sanatti jalqaba wangeela lallabuuf ba'e, isin kophaa malee waldaan tokko illee waanan argadhutti, waanan baasuttis na gargaaruudhaaf hirmaattuu akka hin ta'in, isin warri Filiphisiiyus in beektu*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

15 Kana malees isin warri Fiiliphisiyuus akkuma beektan, jalqabatti yeroo ani wangeela isinitti lallabetti, yeroo ani Maqedooniyaadhaa kaʼetti isin qofa malee waldaan kiristaanaa tokko iyyuu waaʼee kennuu fi fudhachuu keessatti na wajjin hin hirmaanne.

See the chapter Copy




ፊልጵስዩስ 4:15

Follow us:

Advertisements


Advertisements