Online Bible

- Advertisements -




ፊልጵስዩስ 4:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 አን ዸቡን ማል አከ ተኤ ቤከ፤ ባይኤ ቀባቹንስ ማል አከ ተኤ ነንቤከ። ሃለ ከምዩ ኬሰት፣ ዋን ሁንደ ኬሰትስ እጪቲ ቁፉቲፊ ቤለኡ፣ ባይኤ ቀባቹቲፊ ዸቡ በረዼረ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Ani jireenya gad deebi'aa jiraachuu beeka, wanta barbaachisu gara irraatti qabaachuus, beeka; ani waan hundumaatti, akka kamittis, quufatti, beelattis, irraa hafaa qabaachuutti, dhabuuttis nan beeka*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Ani dhabuun maal akka taʼe beeka; baayʼee qabaachuunis maal akka taʼe nan beeka. Haala kam iyyuu keessatti, waan hunda keessattis icciitii quufuutii fi beelaʼuu, baayʼee qabaachuutii fi dhabuu baradheera.

See the chapter Copy




ፊልጵስዩስ 4:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements