Online Bible

- Advertisements -




ፊልጵስዩስ 3:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ገሩ ዋን ነ ፈየዳ ቱሬ አመ ክርስቶሲፍ ጄዼ አከ ዋን ገቲ ህንቀብኔት ነንእላለ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Amma garuu Kristosiif jedhee, wanta bu'aa anaaf qaba ture hundumaa akka waan gatameetti lakkaa'eera*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 Garuu waan na fayyadaa ture amma Kiristoosiif jedhee akka waan gatii hin qabneetti nan ilaala.

See the chapter Copy




ፊልጵስዩስ 3:7

Follow us:

Advertisements


Advertisements