Online Bible

- Advertisements -




ፊልጵስዩስ 3:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 ዹምንሳኒ በዲሰ፤ ዋቅንሳኒ ገራሳኒት፤ ኡልፍንሳኒ ሰልጵነሳኒቲን። ያድንሳኒስ ዋኑመ ለፋረት ሁንዴፈመ።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 Dhumni isaanii badiisa, garaan isaanii waaqayyo isaanii ti; salphina isaanii ulfinatti in lakkaa'atu; yaada garaa isaaniis waan lafa irraatti in hidhu*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 Dhumni isaanii badiisa; Waaqni isaanii garaa isaanii ti; ulfinni isaanii salphina isaaniitiin. Yaadni isaaniis waanuma lafaa irratti hundeeffama.

See the chapter Copy




ፊልጵስዩስ 3:19

Follow us:

Advertisements


Advertisements