Online Bible

- Advertisements -




ፊልጵስዩስ 3:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ክርስቶስ ዬሱስ ዋን ከን ኦፊሳ ነ ጎዸቴፍ አንስ ዋን ከነ ሀርከት ገልፈቹፍ ነንፊገ ጄቹዸ መሌ ዋን ከነ ሁንደ አርገዼረ ዮካን ነመ ህርእነ ህንቀብኔ ተኤረ ጄቹ ምት።

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Kanas argadhee waanan guuttadheef miti; garuu Kristos kan isaa waan na godhateef, anis isa kana bira ga'ee harka koo keessa galfachuudhaaf duukaa kaachuutti nan jira*.

See the chapter Copy

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Kiristoos Yesuus waan kan ofii isaa na godhateef anis waan kana harkatti galfachuuf nan fiiga jechuudha malee waan kana hunda argadheera yookaan nama hirʼina hin qabne taʼeera jechuu miti.

See the chapter Copy




ፊልጵስዩስ 3:12

Follow us:

Advertisements


Advertisements