ፊልጵስዩስ 2:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ከናፉ ዋቅን አከ መሌ ኦል እሰ ቀቤ፤ መቃ መቃ ሁንደ ጫሉስ እሳፍ ኬኔ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Kanaafis Waaqayyo waan hundumaa irra caalchisee guddaa ol isa qabe; maqaa isa maqaa kam irra iyyuu caalu kenneeraaf*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Kanaafuu Waaqni akka malee ol isa qabe; maqaa maqaa hunda caalus isaaf kenne. See the chapter |