ፊልጵስዩስ 2:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ቶኮን ቶኮንኬሰን ዋን ወረ ካኒፍስ ተኡ መሌ ዋን እስን ቆፋፍ ተኡ ህንእላልና። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Isin keessaa adduma addaan waan warra kaanitti tolus immoo haa ilaalu malee, waan isatti tolu duwwaa hin ilaalin*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Tokkoon tokkoon keessan waan warra kaaniifis taʼu malee waan isin qofaaf taʼu hin ilaalinaa. See the chapter |