ፊልጵስዩስ 2:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 እስን ገድ ኦፍ ቀቡዻን አከ ዋን ወር ካን እስን ጫለኒት እላላ መሌ ፌዺ ኦፍቱማቲን ዮካን ኦፍ ቱሉማቲን ዋኑመ ቶኮሌ ህንሆጄትና። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Gad of deebisuudhaan warra kaan of irra caalchisaa lakkaa'aa malee, yaada ofittummaatiin yookiis of dhiibuudhaan waan tokko illee hin hojjetinaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Isin gad of qabuudhaan akka waan warri kaan isin caalaniitti ilaalaa malee fedhii ofittummaatiin yookaan of tuulummaatiin waanuma tokko illee hin hojjetinaa. See the chapter |