ፊልጵስዩስ 2:29 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 እስንስ ጎፍታዻን ገመቹ ጉዳን እሰ ስመዻ፤ ነሞተ አከሲስ ከበጃ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Egaa maqaa gooftaatti gammachuu guutuudhaan isa simaa, namoota akkasiifis ulfina kennaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Isinis Gooftaadhaan gammachuu guddaan isa simadhaa; namoota akkasiis kabajaa; See the chapter |