ፊልጵስዩስ 2:28 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ28 ከናፉ እስን አከ ዮሙ ለመተ እሰ አርግተንት ገመደኒፊ አከ ያዶንኮስ ናፍ ሰልጰቱፍ ደፌ ገረኬሰንት እሰ ኤርጉ ጉዳ ነንሀወ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo28 Ergasii immoo isin isa arguutti akka gammaddaniif, gaddi koos akka salphatuuf, caalaatti ariifadhee isa gara keessanitti ergeera. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa28 Kanaafuu isin akka yommuu lammata isa argitanitti gammaddanii fi akka yaaddoon koos naa salphatuuf dafee gara keessanitti isa erguu guddaa nan hawwa. See the chapter |