ፊልጵስዩስ 2:26 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 እን ሁንደኬሰን ያዳቲ፤ እስን አከ እን ዹኩብሰቴ ቱሬ ዋን ዸጌሰኒፍስ ዽጰቻ ጅረ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Inni hunduma keessan yaadaa, waan isin dhukkubsachuu isaa dhageessaniifis garaan isaa dhiphachaa ture. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Inni hunda keessan yaadaatii; isin akka inni dhukkubsatee ture waan dhageessaniifis dhiphachaa jira. See the chapter |