ፊልጵስዩስ 2:25 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 አን ገሩ ኦቦሌሰኮ ኤጰፍሮዲጡ ሆጄታ ህዸተኮ ተኤፊ ሎልቱ ህዸተኮ ተኤ፣ ኤርገማኬሰን ከን እስን አከ እን ዋን ነ በርባችሱን ነ ተጃጅሉፍ ኤርግተን ሰነ ዴብሴ ገረኬሰን ኤርጉን በርባችሳ ነት ፈካተ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Ani Ephafrodixosin obboleessa koo, hojiitti, wal'aansoo keessattis hidhata koo, isa isin wanta anaaf barbaachisetti hojjetaa akka ta'uuf ergamaa godhattan sana, deebisee gara keessanitti erguun barbaachisaa anatti fakkaate*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Ani garuu obboleessa koo Ephafroodiixuu hojjetaa hidhata koo taʼee fi loltuu hidhata koo taʼe, ergamaa keessan kan isin akka inni waan na barbaachisuun na tajaajiluuf ergitan sana deebisee gara keessan erguun barbaachisaa natti fakkaata. See the chapter |