ፊልጵስዩስ 2:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ጢሞቴዎስ ገሩ አኩመ እልም አባሳ ተጃጅሉት ሆጂ ወንጌላ ኬሰት ነ ወጅን ተጃጅሉሳ አከ ኦፍ ምርከኔሴ እስኑ ቤክቱ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Ximotewos nama dhimma baase ta'uu isaa garuu, akka ilmi abbaa isaaf hojjetutti anaaf hojjetee, anaa wajjinis hojii wangeelaa hojjechaa akka ture isinis in beektu. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Xiimotewos garuu akkuma ilmi abbaa isaa tajaajilutti hojii wangeelaa keessatti na wajjin tajaajiluu isaa akka of mirkaneesse isinuu beektu. See the chapter |