ፊልጵስዩስ 2:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 አን ኦዱ ዋኤኬሰኒ ዸገኤ ገመዱፍ፣ አከ አን ደፌ ጢሞቴዎስን ገረኬሰንት ኤርጉ ደንደኡ ጎፍታ ዬሱስን ነንአብደዸ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Yesus gooftaan jennaan, ani waa'ee keessan dhaga'ee garaan koo akka gammaduuf, dafee Ximotewosin gara keessanitti erguuf nan abdadha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Ani oduu waaʼee keessanii dhagaʼee gammaduuf, akka ani dafee Xiimotewosin gara keessanitti erguu dandaʼu Gooftaa Yesuusin nan abdadha. See the chapter |