ፊልጵስዩስ 2:17 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 አን ኡቱ ኣርሳፊ ተጃጅለ አመንቲኬሰኒረት አከ ዽባዩት ዸንገላፈሜዩ ነንገመደ፤ ሁንደኬሰን ወጅንስ ነንገመደ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Dhiigni koo amantii keessan isa aarsaa qalmaa ta'ee dhi'aatu irratti akka dhibaayuutti yoo lolaafame iyyuu, ani nan gammada, gammachuu koos isinii wajjin nan hirmaadha*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Ani utuu aarsaa fi tajaajila amantii keessanii irratti akka dhibaayyuutti dhangalaafamee iyyuu nan gammada; hunda keessan wajjinis nan gammada. See the chapter |