ፊልጵስዩስ 2:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 አኩመ ካዮሳ ጋሪ ሰናት ፌዹፊ ሆጄቹ እስን ኬሰት ከን ራወቱ ዋቃቲ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Waaqayyo akka akeeka isaa isa gaariitti hojjechuudhaaf fedha akka qabaattaniif, akka hojjettaniifis isin gidduutti in hojjeta*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 akkuma kaayyoo isaa gaarii sanaatti fedhuu fi hojjechuu isin keessatti kan raawwatu Waaqaatii. See the chapter |