ፊልጵስዩስ 2:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ከናፉ ያ ጃለተሞ፣ አኩመ ዬሮ ሁንደ አጀጀምተን ሰነ፣ ዬሮ አን እስን ብረ ጅሩ ቆፈ ኡቱ ህንተእን አመ ዬሮ አን እስን ብረ ህንጅሬት ጫልችሳቲ ሶዳፊ ሆለትናን ፈይነኬሰን ፊጣን ባሱፍ እት ፉፋ፤ See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Kanaafis yaa michoota ko! Yeroo hundumaa akkuma abboomamtan, yeroon isin bira jiru duwwaa utuu hin ta'in, caalaadhumatti yommuun isin bira hin jirre akkasuma godhaa! Hojii fayyina keessanii wajjin waliif galu sodaadhaa fi rom'aan itti fufaa hojjedhaa*! See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Kanaafuu yaa jaallatamoo, akkuma yeroo hunda ajajamtan sana, yeroo ani isin bira jiru qofa utuu hin taʼin amma yeroo ani isin bira hin jirretti caalchisaatii sodaa fi hollannaan fayyina keessan fiixaan baasuuf itti fufaa; See the chapter |