ፊልጵስዩስ 2:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 አከ አረብን ሁንድኑስ ኡልፍነ ዋቀ አባቲፍ ጄዼ ዬሱስ ክርስቶስ ጎፍታ ተኡሳ ዹጋ በኡፍ። See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Arrabni hundinuus, ulfina Waaqayyoo abbaatiif, Yesus Kristos gooftaa akka ta'e beeksisuuf jiru*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Akka arrabni hundinuus ulfina Waaqa Abbaatiif jedhee Yesuus Kiristoos Gooftaa taʼuu isaa dhugaa baʼuuf. See the chapter |